EJJENNOO LUBOOTA OROMOO HAALA UUMMANNI OROMOOBARA KANA KEESSA JIRU IRRATTI.

Share

Nuti Luboota Waldoota Kristiyaanaa Warra Wangeelaa biyya aambaa keessatti gurmaa’an waamicha Waaqayyootiin adda baanee saba Waaqayyoo tajaajillu; Tokkumma Waldoota Kristiyaanaa Warra Wangeelaa Afaan Oromootiin waaqeffatan keessatti haammatamnne wangeela fayyinaa labsaa jiruudha.

Waraqaa ejjennoo kana akka barreessinuuf kan nu dirqisiise rakkina/muddama ummata keenya uummata Oromoo irraa ga’aa jiruudha. Akka Luboota uummata Oromoo keessaa dhalatnneetti wanti uummata keenya irra ga’aa jiru heddu waan nu yaadchiseefi. Hacuucaan saba kana irra jiru bara dheeraa kan lakkobsise haa ta’u iyyuu malee inni bara amma keessa jiru kana keessatti saba keenya irra ga’aa jiru isa yoomii irra iyyuu caalaa ta’uun isaa garaa keenya madeessee boqonnaa nu dhowwee jira. Guddaa kan nama yaaddessuudha. Waan ta’aa jiru kana cal jedhanii ilaaluun itti waliigaluutti waan lakkaa’amuuf itti gaafatama jalaa nun baasu jennee amanna

Odeeffannoo Guutuu dubbisuuf as tuqaa


Share

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *