Dhimma: Boqochuu Dr. Taaddasaa Eebbaa Fidoo ilaalchisuun WMOIA/OGF gadda itti dhagahame ibsa

Share

Boqochuu Dr. Taaddasaa Eebbaa Fidootiin gaddi guddaa nutti dhagahame WMOIA/OGF ibsata. Doktor Fidoon qabsaa’aa Oromoo gameessaa fi bu’uuressitoota ABO keessaa nama hangafaa ture. Doktor Fidoon qabsaa’ota Oromoon mirgasaaf akka falmatu dadammaqsuu, ijaaruu fi qindeessuu keessatti gahee olaanaa xabatan keessaa nama tokko ture. Dr. Fido nama kutataa fi qalbiinsaa hin raafamne, arjaa waan qabu beekumsas tahu qabeenya namaaf qooduuf of booda hin jenne ture.

 

Read full story


Share

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *