Nuti, miseensonni Waltajjii Marii Oromiyaa Idil-Addunyaa (Oromia Global Forum), ummanni Oromoo filannoo sobaa, filannoo sirna gita bittuu-nafxanyaa ummata keenya irratti deebisanii ijaaruuf godhamu irrati sabni keenya akka hin hirmaanne wamicha lammummaa fi obbolummaa dhiheessina. Filannoon kun dorgommii nafxanyoota jidduutti godhamaa...
Waltajjii Marii Oromiyaa Idil Addunyaa | Oromia Global Forum Hagayya 16, 20200 Nuti, miseensonni Waltajjii Marii Oromiyaa Idil Addunyaa (Oromia Global Forum), aadaa sirna Gadaa irratti hundaayuudhaan, sirna bilisummaa fi wal-qixxummaa ilmoo namaa dhugoomfatu, sirna lammiilee Oromiyaa hunda ija tokkoon...