Oromia Global Forum (OGF)

 The Collected fund shall be used for:

  • Legal support for Oromo political prisoners
  • Relief support for displaced individuals and victims of violence, land grab and other factors)
  • Support of injured and families of those killed violence
  • Advocacy and Lobbying to ensure our people’s voice is heard by the international community
  • Other expenses

Natoon funaanamu kun dhimmoota asiin gadiirra oola:

  • Hidhamtoota siyaasa Oromoof abokaattoo dhaabuu fi hoogantootin mootummaa nafaxanyootaa gaafatama jalaa akka hin baanee gochuuf;
  • Maatii qe’eesaarraa buqqa’e itttin hadhaadhiyyoomsuu; kanneen mirga ummatasaaniif osoo falmanii mada’aan fi qaaminsaanii hiridhifame waldhaansisuu;
  • Maatii abbaan warraa irraa hidhame ykn ajjeeffame ittiin tinnisuu; kannen ooyruu fi mana irratti guban ittiin gargaaruu;
  • Dararamin ummata keenyaa idil-addunyaatti biratti ilaalcha gahaa akka argatu ittiin hojjeta;
  • Dhimmoota hatattamaan gargaaramu qaban addaddaarrati oolcha.