Mootummaan naannoo Oromiyaa, daangaa bulchiinsaa fi tartiiba gabaasa magaalotaa fi anaalee Oromiyaa jijjiiruun tarkaanfii ifatti faallaa dimmokraasii ta’e, kan saamicha aangoo fi qabeenyaarratti xiyyeeffate, akkasumas ummata Oromoo gidduutti wal dhabdee facaasuun wal irratti bobbaasuu kan kaayyeffate fudhatee jira. Sirnichi jijjiirama...