We, members of Oromia Global Forum (OGF) - a global alliance of Oromo civic, professional, faith-based organizations, and human rights defenders residing in the USA, Canada, Europe, Australia, Asia, and Africa condemn, in the strongest terms possible, the total war the Ethiopian...
Boqochuu Dr. Taaddasaa Eebbaa Fidootiin gaddi guddaa nutti dhagahame WMOIA/OGF ibsata. Doktor Fidoon qabsaa’aa Oromoo gameessaa fi bu’uuressitoota ABO keessaa nama hangafaa ture. Doktor Fidoon qabsaa’ota Oromoon mirgasaaf akka falmatu dadammaqsuu, ijaaruu fi qindeessuu keessatti gahee olaanaa xabatan keessaa nama...