We, members of the Oromia Global Forum—a global alliance of 45 Oromo civic, professional, and faith-based organizations, individual human rights defenders - express our deepest sadness on the widely reported assassination of an Oromo Lawyer, a fearless defender of justice,...
Obbo Abduljabbaar Huseen du’aan boqochuu isaa yeroo dhageenyu gadda guddaatu nutti dhgahame. Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa kan ture Obbo Abdujabbaar Huseen Hagayya 11, 2021 magaalaaAdaamaa keessatti lubbuun isaa darbite. Obbo Abduljabbaar Huseen quuqama saba isaaf qabu fi ogummaa isaatiin hidhamtoota siyaasaa...