Nuti Luboota Waldoota Kristiyaanaa Warra Wangeelaa biyya aambaa keessatti gurmaa’an waamicha Waaqayyootiin adda baanee saba Waaqayyoo tajaajillu; Tokkumma Waldoota Kristiyaanaa Warra Wangeelaa Afaan Oromootiin waaqeffatan keessatti haammatamnne wangeela fayyinaa labsaa jiruudha.Waraqaa ejjennoo kana akka barreessinuuf kan nu dirqisiise rakkina/muddama ummata...